Enhorabuena equipo por seguir trabajando por la calidad y Excelencia

Enhorabuena equipo por seguir trabajando por la calidad y Excelencia

 

Kun waan bareeda
Nama hojiin dadhabeen galatoomi jechuun barbaachisaadha ,isnis kana gochuu keessaniif baga gammaddan, baga milkkooftan, hojiin akka kanaa hojjatee namni hundi badhaafamuu qaba , yoo san Nama dhuunfaa irraa eegalee hanga biyyaatti jijjiramni dhufa, manni hojiis yoo san kaayyoo fi galma akkasumas ergama hundeeffameef galmaan gaha waan ta’eef, warri hooggansaas resource (humna namaa mana hojii keessanii) waan jajjabeesitaniif galata qabdu,
Eę… Akkas

This is a beautiful thing
 It is important to say thank you to someone who has worked hard ,and congratulations for doing this, congratulations, everyone should be rewarded for doing work like this , then change will come from individual to country, and the office will achieve the goals and objectives as well as mission  so, thank you management for encouraging the resource (the human resources of your office),
 Eę… That’s right

Sobre el autor

Deja un comentario

Scroll al inicio
A %d blogueros les gusta esto: